[go: nahoru, domu]

Jump to content

Kilyaasa

Wikipedia irraa

Kilyaasni ykn hanqaaqiinsi (Afaan ingiliiziin: ovulation) sadarkaa marsaa laguu kan hanqaaquun oomishamee gutoo irraa gara gadameessatti dhangalaafamuufi, karaa ujummoo gutoo, Adeemsi kun marsaa laguu gidduutti, marsaa kilyaas-dursoo fi marsaa keelloomtaa gidduutti raawwatama. yeroo baay’ee marsaa laguu waggaa 28 keessatti guyyaa kurnaffaa fi kudha saddeet gidduutti) yeroo hormooniin luteinizing oomisha isaa ol’aanaa ga’u.