[go: nahoru, domu]

Jump to content

Hara Viktooriyaa

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 12:59, 24 Fulbaana 2021 Maammee (dubbadhu | gumaacha) irratti (Fuula Harra: '''Harri Viktooriyaa''' harawwan Afrikaa keessaa baldhina guddaa qabuu fi naannoo lafa ol ka’oo ta’e irratti kan argamuudha. Harri Viktooriyaa baldhina 83,000 km2 kan qabu yoo ta’u, biyyoota Baha Afrikaa Taanzaaniyaa, Keeniyaa fi Yugaandaa jidduutti argama. Harri kun tajaajila geejjibaas ni kenna. ==Wabii== Category:Harawwan)
(gargar) Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)

Harri Viktooriyaa harawwan Afrikaa keessaa baldhina guddaa qabuu fi naannoo lafa ol ka’oo ta’e irratti kan argamuudha. Harri Viktooriyaa baldhina 83,000 km2 kan qabu yoo ta’u, biyyoota Baha Afrikaa Taanzaaniyaa, Keeniyaa fi Yugaandaa jidduutti argama. Harri kun tajaajila geejjibaas ni kenna.